OMN: Oduu Guyyaa Onk. 19, 2018

OMN: Oduu Guyyaa Onk. 19, 2018

Aanaa saasigga : B/Gumuz

Aanaan Saasiggaa dirmaanna cimma barbaddi
Har’a ganama Aanaa Saasiggaa Ganda Handhuura Balootti hidhattoonni Naannoo Benishaangul gumuz magaalaa Baloo naannoo jigaanfoyi Poolisii Fedeeraalaa fi Uummata Nagaa irratti dhukkasa bananiin poolisiin Federaalaa 2 rukkutamanii, tokko batalumatti lubbuun wayita darbu madoon tokko Hospitaala Rifeeralaa Naqamteetti yaalamaa jira.

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.