OMN: Oduu Amma Nu Gahe (LIVE) Mud 29, 2016

 


Godina harargee bahaa Aanaa Qumbii kessaatti Wareegamtoota Guyyaa Arraa lubbuun dabraan kessaa muraasa
1,Usmaayyoo Hoj/wajj/Bulchinsa
2,Jaafar Siraac Hoj.Wajjira Hor/bulaa
3,Ibrahim Saanii Hoj. Wajjira hor/bulaa
4, Ibrahim Usmaan MMD
5,Abdii M/d Hassan MMD

Poolisii Oromiyaa irraa
6,Umeeyrii
7,Joomoo
8,Baqqalaa
Warreen hanga ammaatti Maqaan adda bafameedha.

via- Jawar Mohammed