OMN: ODP fi bulchiinsi Ministira muummee Abiy Ahimad imaanaa Qeerroon itti kenne baachuu dadhabuutu mul’ataa jira jedhu jiraattonni magaalaa Shaashamannee.

Above Single Post

OMN: Oduu Guyyaa (Fulbaana 14,2019)

ODP fi bulchiinsi Ministira muummee Abiy Ahimad imaanaa Qeerroon itti kenne baachuu dadhabuutu mul’ataa jira jedhu jiraattonni magaalaa Shaashamannee.

Qeerroo uummata biyya kanaa bilisummaa gonfachiiseen asdeebi’anii Mangaa jechuuf yaaluun oolmaa wallaaluu dha jedhan namoonni OMN dubbise.

Walaloo Masaraa biyyaalessaa duukaa qaama farra uummata Oromoo akkasumas farra sabootaa fi sablammootaa biyyattii masaraa keessa dahatantu jiraa jedhan jiraattonni godinaalee Oromiyaa garaagaraa.

Aanaa Shaallaa fi Siraarootti maatiiwwan jijjiirama amma dhufe fiduuf jecha wareegamaniif deeggarsi taasifame.

Oromoon Godina Iluu Abbaa Boor Irreecha Finfinnee jaarraan booda deebi’e aadaa fi duudhaa keenyaan miidhagnee irratti hirmaachuuf qophoofneerra jedhan.

Jiraattonni magaalaa Shaambuu rakkoo misooma bu’uuraa keessa keessaa qabnaa jedhan.


መግቢያው 10000 ሺ ብር የሆነው የአነጋጋሪው ጫላ ቡልትሜ ኮንሰርት ጀርባ

What the Habeshas are saying?

ዘረኞች ምነው ጫላ ሲባል ተንጫጫቹ? ኮንሰርት ለማዘጋጀት ከደንበጫ መምጣት ነበረበት እንዴ? ጫላ ጀግና ልጃችን ነው ይበዛባችኋል ተረጋጉ ዘረኞች።(Because he is singing in Afaan Oromoo Not Amharic)

ሲያዩት ያላማረ ሲበሉት ያቅራል ይባላል።አጀማመርህም አላማረኝ ለማነው ኮርሰርቱ የሚቀርበው ለኦሮሞ ብቻ ከሆነ ያስኬዳል ግን ለቀሪው ኢትዬጲያውያን ከሆነ አይመጥንም ምክንያቱ በምን ቋንቋ ሊግባባ ነው አማርኛ የሚችል አልመሰለኝም።

Below Single Post