OMN: MIL’UU TIBBANAA Hag 13/2018
Harargee Bahaa Aanaa Mayyuu Keessatti Haleellaa Humni Addaa Somaalee Geggeessen Namoonni 35 Du’an
WAASHINGITAN, DIISII —(voaafaanoromoo)— Harargee bahaa, lafa daangaa naannoo somaalee irra jiru – aanaa Mayyuu, bakka addaa Roggee jedhamutti haleellaa humni addaa Somaalee geggeesseen namooni 35 ol du’An, jedhu – jiraattoonni.
Haleellaan kun humna ittisaa eegumsaaf bobba’e bira dabree akka irratti geggeessames dubbatu. Humni Raayyaa Ittisaa Itiyoophiyaa immoo, gam-lameenuu akka komee akkanaa wal irratti dhiheessaaa jiran dubbata.
Gabaasaa guutuu dhaggeeffadhaa
