OMN: Marii “Senate Resolution 168” Caamsaa 22, 2017

OMN: Marii “Senate Resolution 168” Caamsaa 22, 2017

Sagantaa cufiinsa ispoortii akka guutuu biyyaatti kaleessa (21/05/2017) Finfinneetti gaggeeffamerratti duuka buutonni Feyisa Lilesa Gemechu akkasitti biyya isaanii faarsan:
Oromiyaa(2)
Bilisummaa/Biyya tiyya (2)
Akka bofaa lafa lo’a
Oromoo maaltu danda’a?

Gooni irraa hin gortu gaafa xiiqii Walloo
Via WalaabuJiloo