Warrii Maqalee Hardha maaf caalisan
Godina Harargee lixaa Aanaa Gubbaa Qorichaa Keessatti Doorsisa Akka Hamaadhatti Jiran Ammaahu jiraachuu dadhabne ijoollee Qeerroodha manarra deemani barbaadudhatti jiran hidhaan hidhuudhaf Waraanni Humna Addaa oromiyaa hanga 50 takka fidaani magaalaa keessatti buusani nun doorsisa to jiran
OMN: Jaarsummaan Maqaleetti Ergamte Irratti (Wax 16, 2020)