OMN: Haala Waqtaawaa Biyyaa Irreecha, Hidhamtoota Siyaasaafii Filannoo Ilaalchisee

OMN: Haala Waqtaawaa Biyyaa Irreecha, Hidhamtoota Siyaasaafii Filannoo Ilaalchisee (Ful 27, 2020)

Irreecha Minnesota 2020

Keekiyyaa Badhaadhaa- Barraaq – New Ehiopian Oromo Music 2020(Official Video)

Kaartaan Bakka Irreecha Hora Finfinnee Bulchiisa Magaalattiin Kenname

Faayilii – Irreecha Hora Finfinnee

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Irreecha Hora Finfinnee, ka bakka Doloolloo Buddeenaa jedhamutti geggeessamuuf kaartaa mirkanii kennee jirra.

Ayyaanni Irreechaa bara kana kabajamu haala vaayirasii kooronaatiif nama hin saaxilleen ka geggeessamu tahuu Abbottin Gadaa ibsan.

Gabaasaa guutuu caqasaa