OMN: Breaking News/ Oduu Amma Nu Gahe
ABO fi KFO murtii ijiibaataa fudhaa. Mootummaan naannoo Oromiyaa dhabilee Oromoo waliin mari’annee tasgabeessina jechuun fiigaa jiru . Suuraa ka’uu dhiisaa amma yeroon yeroo itti Oromummaan kabajaa horatu qabu dha
Raajii Guddataa
Obbbo Jawaar Mohammed fi Namoonni Ka Biroon To’ataman.
https://www.voaafaanoromoo.com/a/5483636.html
Obbo Jawaar Mohammed fi namoonni ka biroon hidhamuu isaanii Poolisiin Federaalaa fi Poolisiin Oromiyaa ibsa waloon baasaniin beeksisanii jiran. Miidiyaalee biyya keessaaf kan ibsa kennan Koomishinarri Waliigalaa Koomishinii Poolisii Federaalaa Indeshaaw Xaasew ibsa kennan maqaa dhahuudhaan Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf kan ibsa kennan, Daarektarri Koomiyunikeeshinii Koomishinichaa Jeeylaan Abdii, har’aa deemsa reeffa Artist Haacaaluu geggeessuu keessatti poolisiin tokko ajjeesamuu ibsanii, kan “poolsiin kun ajjeesame karaa nama Jawaar Mohammed waliin turee ti,” jedhan. #HaacaaluuHundeessaa #Oromo #Oromia #Ethiopia
And it’s aimed at “plunging” the country “into chaos,” he said. A joint task-force between #AddisAbeba & fed police is handling the investigation, he said. He also admitted that protests were taking place & the police were investigating reports of property damages in some areas.
— Addis Standard (@addisstandard) June 30, 2020
Update: Fed. Police Commissioner Endeshaw Tasew said early investigations show Haacaaluu was gunned down inside his car after he briefly walked out of it & returned to it. The assailants followed him & entered his car where they shot him. It was “well organized & sophisticated.” pic.twitter.com/8WtyxBwvoG
— Addis Standard (@addisstandard) June 30, 2020
The abyssinian police commissioner Endeshaw Tasew is reported to have said the premeditated political assassination of Haacaaluu was “well organized & sophisticated.” Indeed it was well organized and sophisticated, because his security forces were involved in the planning and execution of this premediated political murder. This is the beginning of Ethio/abyssinian-Oromo war.