OMN: Barattoota Oromoo Yuuniversitii Maqdalaarraa baqachuun gara Finfinnee dhufan

Above Single Post

OMN: Barattoota Oromoo Yuuniversitii Maqdalaarraa baqachuun gara Finfinnee dhufan

OBN Sadaasa 05, 2012 – Oduu galgalaa


#Breaking News
Obbo Taayee Danda’aa itti gaafataamaan shira OPDO #ABO kan jedhamu hinjiru; ABOn badeera jedhee holola jalqabeera. Waan ajaa’ibaa dhagahaa jirraam

Is taye a crazy man now??


Oromoonni Magaalaa Dirree Dhawaa, garee Saatanaawu jedhamuufi RIX’n dhaanaman, manni isaaniis gubame


OMN: ዕለታዊ ዜና (November 15 2019 )


በመጀመሪያ ይህን አህያ ነፍጠኛ ለህግ ማቅረብ ነው።


#Yuunivarsitii_Maqdalaa
Barattoonni Oromoo mooraa Yuunivarsitii kessaa baqatanii wajjira OMN dhufan, Oromoo tahuu kenyaan qofa Dhalattootaa fi Barattoota #Saba_Amaaraatiin_haleellaan nurratti raawwatame jechuun dubatu.

Poolisiin naannichaas dhukkaasa nurratti baneera .
Kana malees nyaata nyaannu hin arganne jedhu barattoonni.


Idris Shaggar

Below Single Post

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.