OLF:Lemma Megersa has extended olive branch to OLF calling for negotiation and bringing peace.

OLF: Lemma Megersa has extended olive branch to OLF calling for negotiation and bringing peace.

‘Kun Mahammad Ammee jedhama . Dhaloonnisaa kaaba Oromiyaa (Walloo Kamisee) dha. WBO ture. Manni murtii Wayyaanee dheengadda murtii waggaa 12 irratti dabarse . M*nnichi ministeeraa jechaan nu sossobachuuf yaalaa,gochaan daba akkanaa nurratti geggeessaa jira.’ Via Mohammed Ahmed

So how the following is possible???

Lemma Megersa has extended olive branch to OLF calling for negotiation and bringing peace. This is a very important step. It need to be followed by concrete measures quickly and concurrently.

1) Repeal the anti-terrorism law
2) Remove OLF, G7 and ONLF from list of terrorist organizations ( none of these organization ever committed act of terrorism) 
3) Hold direct and honest negotiation with these organization on terms of return to peaceful political life.

Jawar Mohammed 

Kun Lalisaa Gaaddisaa Kan Manni Murtii Wayyaanee Dhaddecha Lidataa Galmee Mahaammad Aammee fa’a jalatti himattee murtii waggaa 12 itti dabarsite.

Manni murtii Wayyaanee kun Caamsaa 18 bara 2018 hidhamtoota siyaasaa Oromoo shan faanaa murtii adabbii waggota 12 itti dabarsite.

Ummanni Oromoo keessaa fi alaan hidda gabrummaa ummata Oromoo hidhee hiraarsaa jiru ciruu irratti birmachuun barbaachisaa dha.