OLF chairman Dawud Ibsa’s residence is under attack in Addis Ababa, the capital of Ethiopia tonight by Abiy Ahmed’s government forces.

OLF chairman Dawud Ibsa’s residence is under attack in Addis Ababa, the capital of Ethiopia tonight by Abiy Ahmed’s government forces.

An attack on Dawud Ibsa is an attack directed against the Oromo people’s struggle for the right of self determination. Oromo people all over the world should react united to protest this act of state terrorism by Abiy Ahmed group, that has already declared war all over Ethiopia, particularly in Oromia and Tigray.

Jaal Daawud summii Dargii fi shira Wayyaaneen kan hin bannee Shiraa Bilxiginnaan hin baduu.
Salphisuu, reebuu fi dararuu dandeessu. Kanas irra aanaa.
Mana cabsuun hamilee cabsuu hin taatu
arana Abiyyifi Warri PP qoosaa ijoollee xixiqqoo kana maaliif hin dhiifne?
JAAL Daawud Ibsaa nama tokkoo miti. JAAL Daawud Ibsaa bakka bu’aa ummata Oromoo miliyoona 65 oliiti bu’uudha. bakka bu’aa ummata Oromootti bu’uun ummata Oromoo hunda waliin walitti bu’uudha‼️ JAAL Daawud Ibsaa xuqamuu miti qeensi irraa capnaan Itoophiyaa keessatti guyyaan qiyaamaa labsamee jira quba qabaadhaa‼️
Oromiyaa keessa JAAL Daawud Ibsaa miliyoonaan lakkawamuutu jira quba qabaadha‼️ wal ilaalla nutiis barana goofaree PP filaa hin turre‼️

1 Comment

  1. The vagabond group of abiy will pay in fold for what you doing.Dawud is the iconic symbol of Oromo struggle for self determination.So millions are behind Dawud,and will take the struggle to the end chapter.So this is your last resort that you are hastening for final death.

Comments are closed.