Ol aantummaa seeraa mirkaneessuun magaalaa MAQLEE qabachuudhaa?

Motummaan itiyoophiyaa lubbuu nama meeqaatamaan kan lafarraa duguuge meeshaalee waraanaa biliyoonaa shalagamu kan barbadeesse maqalee qabachuuf moo oggantoota #TPLF qabuuf?Ol aantummaa seeraa mirkaneessuun magaalaa #MAQLEE qabachuudhaa?


Loltoonni 10’000 kan #Abiyot gara Maqalee Erge Tplfiin Qabamanii guyyaa 2 dura gara naannoo Amaaraa tti deebi’an waan namni hin ta’in taatee Turte. Akka Namni

BBC News Afaan Oromoo. Warra kana keessaa tokko dubbise jedhutti Huccuu malee Namoota 500 ol Konkolaataa tokkotti akka Dinnichaatti walirratti nu fe’anii Gara kanatti nu deebisan kana malees Sa’aatii harkaa irraa kaasee waan tokko nurratti hin haanbisin nurraa fudhatan huccuu keenyallee ibbidda itti qabsiisan ammallee obboloonni
Keenya

. Baayyeen harka jaraa keessa jiran jedha!!

Kaadirren Bilxiginnaa Naannoo oromiyaa keessa maandheffattee olola oofaa oolti ilmaan iyyeessaa muddama Akkanaa argaa jirti!!