OL AANTUMMAA garsiifachuun isaanii akkana fakkaata. Rafii ati jedhe kaazin iskookkoon.

OL AANTUMMAA garsiifachuun isaanii akkana fakkaata.Rafii ati jedhe kaazin iskookkoon.


If you share a common ancestor with somebody, you’re related to them. It doesn’t mean that you’re going to invite them to the family reunion, but it means that you share DNA.

Henry Louis Gates


If PM Abiy isn’t really a populist politician obsessed with appeasing everybody by talking confused & contradictory lingo everywhere, he should come out & tell that his “medemer” rhetoric has been abused by anti-diversity & reactionary Abyssinians longing, for so long, for the dead old Ethiopia @awolallo


Comedians: #Aadde_Minilik
Yaa imammaa Minilik kiyya, ijoolleentee tun waan hojjettu hin beektuu, dhiifama godhiif

እምዬ ምኒልክ ሆይ, ልጆችህ የሚሰሩትን አያውቁምና እነሆ ይቅር ባላቸው

Uummati kun waan sirban kana waan beekan hin fakkaatanu
Minilik sirba Caalaa Bultumee sirbiti Habashaan
Namumti Oromoo ta’ee hojiifi haasaa habashoota kanaatti aaru na kofalchiisa dhugaa.