#OGN “Godina Harargee lixaa magaalaa hirnatii guyyaa har’aa kan ta’e!

#OGN

“Godina Harargee lixaa magaalaa hirnatii guyyaa har’aa kan ta’e

Qondaaltonni mootummaa naannoo naannoti walga’ii ta’a jiran hawaasa Oromoo walitti qabanii mariachisaa jiraa
Walga’ii ta’an irratti wan dubbatan keessaa waa sadi:
1. Yoo ilmaa dhiraa qabbatan fidu
Yoo hin finee moo akka rasasan dhahamuu itti himaa
2. Akka ummanni paartii Badhadhin kana Dirqaman fudhatu doorsisaa jiru
3. Basastonii ofif mana Of irratti gubbanii Qeerrootu Mana
Nurati gube jechudhan Qeerroo naannoo Sanittii argamu
Hundaa nanawaa sanii ari’aa jiran Waan ta’eef akka
Hatataman furmanii Latamuf barbanaa Warri kanatti jiru kaabinee fi kaadiree aanaa sanii sanii guutuu tahuun haa beekamu”


#DAMAQII
Arras nidubanna oromo jedallo kallo holaa ufatte dhufaa jirtuu osoo bektanii dibbe tumuu dhisaa goda tokko keysatti hugulama cininamun dofumadha jedhe soreysi #jarraa_Abba_gadaa
Hojin #lamma_magarsa kaleysaa nugodhe arra waregama qanfachisa nu kafalchisa jira #abiyyi calaa namni akekaa fi kayyo QBO oromo blalefatu #lamma dha balalefatu qofamiti jibba onnerra made oromof qaba lamman kana hojin nu agarsise jira kana hunda osoo beknu kabinen inni biyota faranji keysati bobafate sagalee taufi jalqabani jiruu akka wan lamman hidhametti lamman

Amatti polotika hama oromo jalatti kufisuf gantota fi ayyan lallatota moraa QBO oromo keysa gananii PP tajajila jiran maqaa partile siyasa oromon of ijaranii moraa QBO ABOn durfamu irrati ijarame walitti qabee dhufaa jira #lamman kun dhugaa lafaa jirudha

Hunde Seenaa


OBN Onk. 08,2013- Daandiin Ida’amu garaagarummaa tokkoo malee lammiilee hundaaf kan diirire daandii ifa haaraati; galmi keenyaas badhaadhinaa jedhan Ministirri Muummee Dr. Abiy Ahmad.
Badhaadhinni barii dha malee halkani miti; eenyuyyuu hin haguugu; hindhoksuus jechuun Fuula Feesbuuksaanirratti barreessan.
Oriisni garrraamummaan hindhaabbanne, doqnummaan arjoomuun hin gogne, hammeenya gaaruummaan hincabne, garagaraummaan ida’muun hinsuuphamne, gadadoo badhaadhinaan hindhabne akkasumas dharri haqaan hin injifatamne akka hin jirree beekne kutannoo cimaan imala keenya itii fufna jedhan Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahmad.
OBN Afaan Oromoo


ላለፉት 11 አመታት የቴሌቪዥን አገልግሎት ሲሰጥ የቆየው #ኢሳት በፋይናንስ አቅም ማነስ ምክንያት ከሳተላይት ላይ መውረዱን የጣቢያው ባልደረቦች ይፋ አደረጉ
(ምንጭ፦ ኢሳት)

እንዲህ ነጭ ነጩን የሚናገር ሰው ደስ ይላል። እኛም ይህንን ነው ያልነው።
 
 
 

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.