#OduuArifachisaa! Waraanni PP kan naannoo Amaaraa dabalatee humnaa qabu hundaan gara Wallaaggaa

#oduuArifachisaa! Share share.
waraanni PP kan naannoo Amaaraa dabalatee humnaa qabu hundaan gara Wallaaggaa deema jira. Konkolataa 840 keessaa 340 gara horrooguduru imala jira. hubadha kanu kan ta’eef Ajajaa pirezidaantiin naannoo Amaaraa kaleessa dabarseeni. maqaa ABO jedhun Oromoo fixuf deemani.
Via: Ajaahib Jimaa Tooboo


Maallaaton kun maal agaarsissaa wal taanaan waannii marttuu xiqqaadhaa