#Oduu_Ganamaa
Waraanni Shaabiyaa sakatta’insa Waraana Bilisummaa Oromoo, WBO Zoonii Kibbaaf Shaashamannee qubate dabballootaa fi ajajoota waraanaa PP waliin wal dhabe.
Tokkoo tokkoon miseensa waraana shaabiyaa ji’aan qarshii 20,000(Hooggantootaan ala) kan argatu cinaatti durgoo guddaan kaffalama. Miindaan isaanii ji’a sadii si’uma takkaa akka kaffalamuuf gaafatanii baajatni waan dhibeef wal dhabdeen uumamee jira. Imalli gara Gujiitti kaleessa taasifamuuf tures sababa kanaan hafee jira. Dhugaan Oromoo walitti haa naqu!
The Bloody Tripartite Horn Alliance will only yield more blood….#SiyadArts #ArtSpeaks #Somalia #Mogadishu #Afwerki #Tigray #TigrayGenocide #Ethiopia pic.twitter.com/dk7EgCI8fr
— Siyad Arts (@artssiyad) April 10, 2021
The Tigray war spreading to other regions? Are the Oromo next? https://t.co/BoXOXJnu4k
— Martin Plaut (@martinplaut) April 11, 2021
Oromia: Ethiopian Police commander killed in East Wellega
Oromiyaa! Dubbiin Tolaa Jira Fakkaata! – https://t.co/1SJrgoMRtQ pic.twitter.com/t0Lrz9RZ23
— Kichuu (@kichuu24) April 10, 2021
Qeensicha Majlisa Muslima Ethiopia akka hogganuuf mootummaan rammadde arra Waldaya Orthodox fii Daniel Kibrat wajjiin tahuun Makiinaa badhaasaniiti jiran.
Kun kan godhameef Muslima Ethiopia addaan qooduu keeysatti gahee guddoo waan taphateef jecha.
Islaamni Masgiida tokko qaba garuu Qeensichi gartan kun Muslima Ethiopia bakka 10 ti qoodeeti Masgiida walii dhaquun, walitti dhuftanii wajjiin salaatuun, rabbi waliin kadhachuun dhoorkaadha je’ee labse. Labsiin isaa guutumaa guututti Daniel Kibratiin barreefamee itti kenname ja’amaa jira.
Akka bartanitti maashaa allaah Qeensicha keenya Daniel Kibrat ja’aa gaa !