Oduu_Ammee!Miseensa Shanee Gumii Gumii Sabaa ABO Jaal Jabeessaa Gabbisaa dabalatee miseensonni ABO 4 Mana jireenyaa isaaniitii Ukkanfamaniiru.

#Oduu_Ammee! Miseensa Shanee Gumii Gumii Sabaa ABO Jaal Jabeessaa Gabbisaa dabalatee miseensonni ABO 4 Mana jireenyaa isaaniitii Ukkanfamaniiru.
 
Guyyaa har’aa Ebla 15 Waaree dura miseensonni ABO 4 humna Poolisaatiin mana jiteenyaa isaanii keessaa ukkangamuun iddoin geessan hin baramin jira.
Jaallan mana jireenyaa isaaniitii ukkaanfaman kunneen,
1. Jaal Jabeessaa Gabbisaa Miseensa ShGGS ABO
2. Jaal Mirreessaa Ittaanaa Miseensa ABO
3. Jaal Mancaasaa Hundee Miseensa ABO fi
4. Jaal Lalisaa Guddataa Miseensa ABO ti.