#ODUU_AMMEE! Dirmannaan Wallaggaa, Gujii, Boorana Cimee itti fufeera!

#ODUU_AMMEE! Dirmannaan Wallaggaa, Gujii, Boorana Cimee itti fufeera!

Magaalaa Awwadaay fi Harar Daandii Cufameera!
Suuqiin, Baankiin, Waajjirri Mootummaa hundi 100% Cufameera!
Sochiin 100% dhaabbateera!
> Baabbilee Daandii guddaan Jijjiiga irraa gara Magaalaa Harar geessu amma Cufameera!
> Shaambuu Sochiin 100% dhaabbateera!
> Duukaam Sochiin hundi dhaabbateera!
> Magaalaa Amboo Sochiin dhaabbateera!
Amboo Baankiin, Suuqiin, waajjirri Mootummaa Cufameera!
Mormii kun guyyaa sadiif Cimee itti fufa!
Qeerroo Oromiyaa irraa!#ODUU_AMMEE!
Dirmannaan Wallaggaa, Gujii, Boorana Cimee itti fufeera!
Magaalaa Awwadaay fi Harar Daandii Cufameera!
Suuqiin, Baankiin, Waajjirri Mootummaa hundi 100% Cufameera!
Sochiin 100% dhaabbateera!
> Baabbilee Daandii guddaan Jijjiiga irraa gara Magaalaa Harar geessu amma Cufameera!
> Shaambuu Sochiin 100% dhaabbateera!
> Duukaam Sochiin hundi dhaabbateera!
> Magaalaa Amboo Sochiin dhaabbateera!
Amboo Baankiin, Suuqiin, waajjirri Mootummaa Cufameera!
Mormii kun guyyaa sadiif Cimee itti fufa!
Qeerroo Oromiyaa irraa!
Qaallittii.
Akka odeeffamaa jirutti Abiyyi waraana isaa hedduminaan gara qaallittii geessaa jira.
lolli fedhe yoo ka’e jawar fa’a akka achitti ukaanfaman jabeesse jedhu.
Jeequmsi akka ka’u sodaa guddaa qabu Bilxiginnaan.
Rabbiin caalaa Jawa fa’a sodaata namichi kun.