ODUU VOA AFAAN OROMO AMAJII 14’2019 #Wallaggatti raawwataa jiru, yeroo dhiyootti #Shawaa__Lixaa, #Gindebarati fi aanaalee birootti akka raawwatamuuf jedhu quba qabaadhaa Oromoon.
Sirni kun Godinoota sabboonummaan itti calaqqisuufi 1983 eegalanii sirna kana adda durummaan falmaa turan #Xayyaaraan rukutuuf murteeffateera!!!!!
Gindebaratiin #Xayyaaraan waaduuf qophii xumuraniiru jedhameera!!
Miichuu Intaala Sabaa
ODUU VOA AFAAN OROMO AMAJII 14’2019