Oduu Simbirtuu!Yeroo ammaa waamicha Dr Abiy Ahmed taasiseen waajjira Pirezedaantii Oromiyaatti, Jaal Daawud Ibsaa,Prof.Mararaa Guddinaa

Oduu Simbirtuu❗
Yeroo ammaa waamicha Dr Abiy Ahmed taasiseen waajjira Pirezedaantii Oromiyaatti Jaal Daawud Ibsaa,HD ABO fi Prof. Mararaa Guddinaa, Dura taa’aan KFO argamanii jiru. Waajjira Obbo Shimallis Abdiisaa keessatti Dr. Abiy Ahmed dabalatee argamanii jiru. Itti baha isaa hordofnee isin beeksisna.

Aliwo Ismail


HOGANNOONI HRLHA HIDHAMTOOTA SIYAASAA NYAATA LAGUU IRRA JIRAN DUBISANI
Hara’a, Guraandhala 15, 2021 mana hidhaa Qaalittiitti argamu deemuudhaan hidhamtoota siyaasaa nyaata lagataa jiran, Obbo Baqqalaa Garbaa, Obbo Jaawar Mohamad fi Obbo Hamzaa Boranaa
dubbisnee jira. Haalli isaan keessa jiran hedduu ulfaataa fi kan nama yaachisu ta’uu isaa hubatnee jira.
Waan hundumaaf iyyuu as dhihootti miseensotaa fi deegartoota akkasumas hordoftoota HRLHAf haala isaan keessa jiraan bal’inaan kan isin hubachiifnu ta’a.

Breaking
Obbo Baqqalaa Garbaa of wallaalanii amma doctoroonni dhufanii gara Hospitaala baasa jiru.. Oromoo hogganoota kankee nyaata jira Abiyot Minilik…Jawar Mohammed fi Hamzaa immoo lafaniiruu.


Namni kun Itiyoophiyaaf miti Afirikaaf qoricha.

 

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.