Oduu Simbirtuu Ganamaa! UN security council dhimma Itoophiyaa irratti irra deebiin gaafa Bitootessa 11, 2021 walgahii isaa gaggeessuuf jira.

Oduu Simbirtuu Ganamaa❗

Manni maree nageenyaa dhaabbata mootummoota gamtoomanii, UN security council dhimma Itoophiyaa irratti irra deebiin gaafa Bitootessa 11, 2021 walgahii isaa gaggeessuuf jira.

Amerikaan Itoophiyaan loltoota Eertiraa sa’aatii 72 keessatti akka baastu erga akeekkachiistee fi Raashiyaan waan Itoophiyaa deeggartu fakkaattee booda dha. Raashiyaan meeshaalee waraanaa Itoophiyaatti gurguruuf tooftaa dinagdee jiru tahuu fi gabbinsa niwukilarii fayyaaf jedhamee Itoophiyaa waliin pirojektii eegalame tikfachuuf tahuun barameera. Kan itti aanu irratti murtii jabaan garboomsituu PP irratti akka darbu barameera.
Qeerroo Intelligence Group
Baalee

ሀገር ማምረት ያልቻሉ 3 ደነዞች


Yaa Oromoo waan sifi imu kaanaa dhaagai wal dhaagesissii jabaa ke jabeefadhu waan deemtuufi maaliifi akkaa deemtu essaa akkaa demtu deemttee maal akkaa ojjeetuu waal dubissaa waal dhaaga.aa ke jabeefaataa kettiin bonaa waal jajaabessaa tokkuummaa jaabeessaa kaaraa tokkoo qofaa irraattii waaliigaalaa inniisii oromo fi oromiyyaarraattii !!!!!????