Oduu Simbirtuu Ganamaa
Addi Bilisummaa Sidaamaa, SLF filannoo fakkeessaa keessatti akka hin hirmaannee fi hidhamtootni siyaasaa Sidaamaa, Oromoo fi Sumaalee haalduree tokko malee akka hiikaman gaafate.
Filannoo dharaa waliin kan gangalannu nuti sobaaf hin qabsoosne jedheera. Hooggansichi, Woldeamaanu’eel Dubbaalee ejjennoon keenyaa fi rakkinni keenya kanuma ABO fi KFO irra gahus jedhan