Oduu Simbirtuu Galgalaa!!

Oduu Simbirtuu Galgalaa!!

Gamtaa Afrikaa, AU jalatti kan argaman Somaaliyaa keessatti nagaa eegsisuuf Turkiitti leenjii waraanaa ammayyaa’aa fudhachaa kan turan miseensotni RIB 400 tahan duula sakatta’a WBO irratti hirmaachuuf daangaa Oromiyaa, Sumaalee fi Keeniyaa gidduu qubatanii jiru. Ergamni isaaniis Alshabaabii fi WBO teknoolojii ammayyaa’aa fi jeettiin deeggaramuun sakatta’uudha jedhameera.
Qulqulluu Carcar