Site icon Kichuu

Oduu Simbirtuu fi Raajii

Raajii

Oduu Simbirtuu fi Raajii

#Share
Sibhaat Naggaa, TPLF Master Mind mana hidhaa keessaa baafamee yeroo ammaa masaraa keessatti argama. Abiy Ahmed,Gediyoon Ximootiwoos, abbaa alangaa federaalaa dabalatee hooggantootni mana hidhaa argamanii jiru. Ajandaan Sibhaat Naggaa bor beellama irratti mirga wabiin akka bahu taasifamee lola TPLF waliin jiru araaraan akka fixu tahuu Qeerroo Intelligence Group mirkaneeffateera. Maafiyummaan kun wayita Jawar Mohammed,Obbo Baqqalaa Garbaa fi Hamzaa Booranaa nyaata lagannaa guyyaa 40 fi ciisicha hospitaala laandmaark guyyaa 12 booda gara mana hidhaa Qaallittiitti deebifamani dha. Ammas eenyummaan cundhuuraa siif hin gallee laata
Qeerroo Intelligence Group

Exit mobile version