ONN : Oduu Olmaa Oromiyaa Amajjii 4/2018
Simbirtuu: Labsii ADWUIn baase irratti yaada QEERROO Bilisummaa Oromoo – Obbo Abbaa-duulaan maaliif aangootti akka deebi’an – Labsiin kuni FXG tarii tasgabbeessinnaa?-QBO karoora maalii qabaa? kanaafi kan biraa irratti miseensa hooggansa Qeerroo kan jedhu caqasaa. ODUUnis jira
Sagalee Qeerroo Bilisummaa Amajjii 4 2018 , Sagaleen Qeerroo Bilisummaa Oromoo Torbanittii Guyyaa Sadii Facaasaa (Kibxata) Kamisaa fi Jimaata Akka Lakkofsa Sa’aa Oromoo tti Galgala Keessaa sa’aa 7:30 Iraa Amma 8:00 tti Metir baandii 16 KHZ 17840 Irratti Kan Isinii Darbu Dha.”Nuti, Qeerroon Oromoo, seenaa wareegama qabsaa’ota Bilisummaa Oromoo haga yoonaatti galmeeffameef kabajaa guddaa kennaa, nutis akka dhaloota haaraatti wareegama bilisummaa baasuuf kaanee jirra.” Qabsoon itti fufa! Garboonfataan ni kufa!!
Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts- 3 January 2018