Oduu Naqamtee!Ajjeechaan mana amantii Waldaa Araaraa keessatti Kan raawwate,

Oduu Naqamtee
Ajjeechaan mana amantii Waldaa Araaraa keessatti Kan raawwate, humna addaa naannoo Amaaraatiin ta’u dhaabbati mirga namoomaa Itoophiyaa saaxileera!!
 
Oromoon humnaa fi mootummaa nagaa isaa tiksu hin qabu! Ummanni keenya qe’ee isaa keessatti humnoota alaqaan ajjeefamuun kun dhumatuu qaba!!
Damamqi Oromoo!!
Mootummaan Ce’umsaa Oromiyaa ammuma hundeeffamuu qaba!!


Abdi Rashid

mind you OLA never said they want to create Pan-Oromo state!!!

Naannoo oromiyaatti ABO waraana har’aa dhibbootaan lakka’amaan eebsise jira jedhe,
MM.Biyyicha abdii kuttuu qaba jedhe,Jaal.Marroon itti muddaa jira jedhe namni kunni,
Itti dabaluun ammoo namni kunni,MM.Ethiopia yeroo tokkoo gara biyyaa Keeniyaa deeme OLF balleessinna jedhe dhufe ture jedhe.
Jabaa maaltu jibba!
Gaafa ati jabaatte, addunyaan si barbaada; waa’ee kee dubbata!


All this reports show is how Much they are biased and push anti Oromo narratives????