Oduu nama gaddiisisu rajiidham ! Dambi Doolloo Oduu Fokkisaa

Above Single Post

Oduu nama gaddiisisu rajiidham ! Dambi Doolloo Oduu Fokkisaa
Kan hiyyeessaa hin toluu godootu dhimmisa jedhan.
Barataa Ifaa kan jedhamu ganda Dolloo/03 kan ta’e yuniversitii wallaggaa irraa kan barataa turee rakkoo nageenyaaf torbee darbe manatti gale guyyaa har’aa sa’a laaqanaa irratti Sababa lagannaa irra jiraniif Agadaa Shonkoraa nyaachuuf bakka Laga Hiddaa jedhamu hiriyoota isaa faana osoo deemanii Humna Raayyaa Goolessituu Abiyyiin Rasaasaan rukutamee Hospitaala Dambi Doolloo seenuun operation ta’ee rasaasa garaa isaa keessaa baasuuf yaaliirra jirama. Garuu xumura gurbaa beekuu hin dandeenyee odeeffannoo haaraa argatnu isin beeksifna.

SHantam Kumaa


Dirree Dhawaa Biyyaa Jalaala. Direeeeeeeeeeeee

Arsii Bahaa Aanaa Aminyaa Ganda Addeelleetti Waajjirri Paartii Bilisummaa Oromoo Bakka Hayyu dureen dhaabichaa B/G Kamaal Galchuu argamanitti banameera.
PBO+ABO+KFO+Jawar=
Election #2020/2012

Abdi Teyib Wako


Jafar Ali ti fi Dr Robooti dhaf Ibsa Qeerroo Harargee irra,

Ergaa ciimtuu wara Cundhuuraf, galatoomi saboonummaa OROMOO!!

Below Single Post

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.