Oduu Miliqxee Baate Finfinnee! Shira waraanni Biltsiginnaa Wallagga irraa quunnamtii bilbilaa fi Interneetaa balleessuun

Amajjii 31_2020: #Oduu Miliqxee Baate! Inbox #Finfinnee
#Shira waraanni Biltsiginnaa Wallagga irraa quunnamtii bilbilaa fi Interneetaa balleessuun #WBO balleessuuf dalagaa jiran Namoota quuqama Oromummaa fi jaallattoota WBO ta’an kan Nageenya biyyaa fi #RIB keessaa hojjetaniin iccitiin nu qaqqabe,

1.Waraanni amma Qellem fi lixa Wallaggaa keessa buufatee jiru gosa #sadiitu jira!
1.#1.Makkalaakiyaa #WBO fakkaatee rifeensa guddifachuun Afaan Orommoo dubbatan qofa kan ta’an filatamanii Bosonatti galuun WBO fakkaatanii bosonaa fi baadiyaa keessa deemuun
#Nyaata kadhatu,


#Bakka WBOn jiru RIB fi Liyyuu haayilii Oromiyaaf Reediyoo quunnamtiin odeessa keennu
#WBO irraa maqnee lafa isaan jiranitti nu geessaa jedhu
#Qeerroo kanaan dura WBO waliin hojjetaa turan waliin wal nubarsiisaa jedhu
#Nutti dabalamaa jedhanii qeerroo gowoomsa

1.#2.Waraana dhiyeenya leenji’ee gadi bu’e, warri kun hanga yoonaatti Baadiyaatti hin seenne,magaalaa aanaa irra taa’anii haala naannoo wajjin walbaraa jiru,Baadiyaa seenanii bahu,Magaalaa keessa paatirooliin deemu,Gara boodaatti Baadiyaa irra hiramanii #Milishaa fi caasaa gandaa biltsiginnaa kan WBOn Wallagga keessaa barbadeessee ture deebisanii dhaabu jedhamee eegama!

1.#3. Humna Liyyuu Haayilii fi Kan Makkalaakiyaa hidhatee Baadiyaa fi magaalaa keessatti tarkaanfii fudhatu,jarri kun kan deeman kaabinee #Biltsiginnaa Aanaa irraa Baadiyaa qabatee jiruu fi Milishoota gandaa waliin,akkasumas #RIB warra rifeensa guddifanii wajjin raadiyoo quunnamtiin waldubbisuun bakka #WBO fi Qeerroon WBo waliin hidhata qabu irratti tarkaanfii fudhatu!
Kanaafuu lammii Oromoo kan taatan osoo bakkaa fi lagaan hin daangeffamin #Jaal Marroo bira dhaabachuun garbummaa nutti dhufe kana ofirraa qolachuun #biltsiginnaa yeroo dhumaaf akka lafaan geenyu jechuun Jaal Marroon dhaamsa dabarsaniiru!!!



Dhugaa Barbaachaaf Bosonuu Taane



#Asallaa

Sirna Waajjira ABO Magaalaa Asallaa