Oduu Miliqxee baate! Ajaahiba Bilxigna !Dr. Abiy Adeemsa Sirna Nafxanyaati

Oduu Miliqxee baate: Oduun Gara Masaraa Motummaa Dr.Abiy irraa dhufte akka ibsituutti
 
Waltajjii dhooksaa dr. Abiy Ministeera Raayyaa fi Nageenyaa waliin taasiseen murteen akkana jattu murtooftee jatti—-
1ffaa Loolli Sudaan waliin mata duree “Birmadummaa biyyaa eegu ” jadhuun taasifamu qaba jadhame murtaa’e.
2ffaa Dargaggeesi “RIB”tif leenji’aa jadhamanii waandiidanif tooftaa “Polisii Humna Addaa ” jannee haa calallee “Raayyaa Ittisa Biyyatti ” maknee dirree waraanatti erginaa
3ffaa Yoo kuniis dadhabame Dargaggeessa akka Dargiitti Dirqiin Haarka huddu duubatti hiinee fuune Leenjiifnee “Weeyrara Suudaan nurratti taasifte kana deebisu qabnaa ” jadhanii murteessani jiru jadhame jira.
 
Jalqaba irratti garu Minishoota Araddaa hunda keessaa guurun Aanaa irratti Shaakalsiisuun Qawwee hidhachiifne Gara Dirree waraanaa Suudaan waliin taasifamutti erguu qabnaa ” jadhan kana kan goonu humna Suudaan ilaalu fi Meeshaalee isiin itti fayyadamtu adda baaftuf akka ta’e himamee jira.
Oromoo gaafa nuti “Adeemsii Dr. Abiy Adeemsa Sirna Nafxanyaati ” isiinin jannu Gurra nuuf kennu diidan kunoo Amma osoo deemu Ilmaan kee akkuma Motummaa Dargii Dirqiin isiin jalaa guree gara Dirree waraanaa erguuf deemaa masl jatta ree? “

Deebi isaa Isiin irraahin eegadha.


OBN: dabarse kanas, seenaaf galmeessaa kaayaa!!

Kuni yakka akka #Beeniishanguli gochaa jiran sana ummata keeny irratti raawwachiisuuf ummaticha qalmaaf qopheessaa jiru!