ODUU INJIFANNOO! WBOn akkasitti gabaa keessatti uummata dubbisaa jira!!

ODUU INJIFANNOO! WBOn akkasitti gabaa keessatti uummata dubbisaa jira

Intense Fighting Ongoing between OLA and Ethiopian Centeral Army

WBOn akkasitti gabaa keessatti uummata dubbisaa jira ❤️💚❤️

ODUU INJIFANNOO
Giyyaa kaleessati 29/5/2021
WBO ZOONII KIBBAA;
Gujii lixaa Aanaa Galaanaa Ganda Ceekataatti caasaaleen pp ummata nagaa maqaa WBO deeggartani jechuun dararaa,hidhaa,turani tarkaanffi waraanni bilisummaa oromoo fudhateen to’annoo wbo jala olaniru.
Lukkoolee Diinaa kana keessaa tokko kan ta’ee namichi “Ayyala shibbiru” jedhamu caasaa pp keessatti abbaa zoonii ta’e dalagaa yeroo turetti yeroo hedduuf gorsii fi akeekkachiisii gara garaa isaaf kennamaa turullee, hojii farrummaa qabsoo oromoo irratti raawwatu fi shiira maq_balleessi wbo irratti gaggeessu dhaabuu hin dandeenye.
Kanaafu, caasaan biltsiginnaa mootummaa shiftaa kufaa jiru waliin hiriirtanii ummata burjaajessaa jirtani hojii farruummaa keessani kanarraa dhaabbachuu qabdani.

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.