Oduu Injifannoo WBO Zoonii Lixaarraa!

Oduu Injifannoo_WBO_Zoonii_Lixaarraa!
 
Yeroo 4ffaaf Itti_Fufee_Jira
Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBO’n Zoonii Lixaa Buttaan gaara Abbaa_Seenaa #Humni_Furguggatu_WBO Waliin ta’uun Gumaa baafna malee nu gumaa hin nyaannu jechuun kaampii Waraana PP Guddichi #Abbaa_Seenaatti argamu guutummaa guutuutti daaraa gochuun ittuma fufuun amma sa’aatii amma kanattis Achuma #Abbaa_Seenaa bakka addaa #Meexxii jedhamutti humna weerartuu kana WBO’N awwaara siphachiisaa jira!!
WBO Z.Lixaa Buttaan Abbaa Seenaaf Humna Furguggatu Jajjabee Aduu Saafaa.

Jiituu Muhammaad”Harka Alagaatti Hin Buliin New Oromo Music 2020

1 thought on “Oduu Injifannoo WBO Zoonii Lixaarraa!

Comments are closed.