Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBO’n Zoonii Lixaa Buttaan gaara Abbaa_Seenaa #Humni_Furguggatu_WBO Waliin ta’uun Gumaa baafna malee nu gumaa hin nyaannu jechuun kaampii Waraana PP Guddichi #Abbaa_Seenaatti argamu guutummaa guutuutti daaraa gochuun ittuma fufuun amma sa’aatii amma kanattis Achuma #Abbaa_Seenaa bakka addaa #Meexxii jedhamutti humna weerartuu kana WBO’N awwaara siphachiisaa jira!!
WBO Z.Lixaa Buttaan Abbaa Seenaaf Humna Furguggatu Jajjabee Aduu Saafaa.
jabadha