Oduu INJIFANNOO: WBO ZOONII Lixaa. Ebla/28/04/2019/

#Oduu INJIFANNOO#WBO ZOONII lixaa. Ebla/28/04/2019/
baga GAMMANNE BAGA GAMMADDAN deeggarton WBO hundi.
WBO Zoonii lixaa Ganama har’aa Lola cimaa. sa’aa 12:00 Eegale Hanga Sa’aa ammati WbO fi humna gooleessitu Wayyaane Gidduutti Adeemsiffame Magaaloon oromiyaa jaha 6 Too’annoo AjAjAA WbO ZOONII lixaa harka Jaal Marroo jala seenaniiruu.
meeshaan G urguddaa baay’een harka WbO jala galeera.

kaampii Waraana command post magaaloota jaha 6 daaraa taateetti . Lollii akkuma.itti f ufetti jira. Gootichi Waraana bilisummaa Oromoo Hanga oromiyaa bilisomtuti Tarkkaanfii diina irratti fudhatu kani duubati deebi’u miti. Hanga caasaan OPDO fi wayyaane diigame baduti Tarkkaanfii WBO kan duubati deebisu tokkollee Akka hin jirree beekamadha.
injifannoon kan Ummata OROMOOTI.

Via: Biqilaa Biyyaa

RSWO | Miseensonni WBO Xoollayitti Summiin Hubamuun Hospitaalota Adda addaatti Yaalamaa Turan, Dirqamaan Gara Mooraa Leenjii Waraanaa’tti Erga Deebifamanii Booda, Yeroo Ammaatti Dhibeen Itti Hammaachuun, Gara Mana Yaalaa’tti Deebifamaa Jiraachuu | WBO’n Lixa Oromiyaa, Ona Garjeedaa Keessatti, RIX irratti Tarkaanfii Fudhachuu


New music caalaa bultumee

New Oromo Music 2019 Caalaa Bultumee Fi Muluu Baqqalaa Sirbaa Jaalala Ana Male Qabdu
Caalaa bultumee Oromo music waltajjii Kabaja hundeeffama ODP waggaa 29ffaa Boolee



Caalaa Daggafaa “IRRAAN GEENYE” New Oromo Music 2019



Fayyisaa Hayiluu: Loli Yaa Qeerroo ** NEW 2018 Oromo Music


” Anaaf Dr abiyiin du’a malee homtuu gargar nu hin baasu,. ” Jecha obboo LAMMAA magarsaa
” anaaf Adaanach Ababa du’a malee, homtuu gargar nu hin baasu. ” aaddee XAYIBAA hasan
” anaaf Arraba koo du’a malee homtuu gargar nu hin baasu. ” Hundessa Aman
” anaaf kaayyoo ABO du’a malee homtuu gargar na hin baasu,. ” Jecha kooti.

Mohammednur Guye


Mummicha ministera tahu irra presidenti mootumma nanno oromiya tahani bulchuutu irra ulfaata tanaafu oromiya bulchun saboonumma fi beekumsa gaha qabatu gaafata
#Qeerroo_assalla