ONN: Oduu Idilee Oromiyaa Fuulbana 22/2017

ONN: Oduu Idilee Oromiyaa Fuulbana 22/2017

” Sababa bittinoofneef, sababa hin gurmoofneef.”, murni xiqqaan nu gabroomsee akka loonitti , akka barbaadetti bakka barbaade oolchee nu bulchaa ture”

Peresdantii BMNO obbo Lammaa Magarsaa

“Ummata m/Gindhiir m/Gooroo yeroo daawwee dhaqanii birmatan Ganda Mi’ootti haasawa baldhaafii dhaamsa cimaa walii dhaaman”