Kichuu

Oduu Gammachiisaa:Tarkaanfiin Mooraa Kaampii Poolisii Federaalaa

Oduu Gammachiisaa

Oduu Gammachiisaa:Tarkaanfiin Mooraa Kaampii Poolisii Federaalaa Wayyaanee Irratti Fudhatame!! ( Sagalee Bilisummaa Oromoo -Waxabajjii 10,2017) Breaking News: Humni Addaa magaalaa Finfinnee keessaa buufata poolisoota Federaalaa wayyaanee irratti haleellaa fudhate. Naannoon Lagaharii fi Meeksikoo humna waraanaa fi poolisiidhaan marfamanii akka jiran gabaasameera. Kaampiin poolisoota wayyaanee fi Gumurukiin walitti gubachuu fi ammallee gubachaa jiraachuu fi dhaamuu akka dide oduun amma nu gahe ifa godhee jira. Poolisootni federaalaa 4 ukkaamamanii akka du’anis oduun boodana nu gahe ifa godhee jira.???
Injifannoon WBO fi Qeerroo dhaaf

Enquan Eka enantem abrachu widemuuu!!

Via Nikeey Lencho

Exit mobile version