Oduu gammachiisa: Caaltuu Taakkalaa hiikamtee jirti. Baga baate jabduu fakkeenya baraa!
Good News: Chaltu Takele Abetu Takele Abetu fi obbo Margaa Wiirtuu galgala kana hidhaarraa hiikamanii jiru. Hidhaa fi waraanni dhaabbatee gara marii fi furmaata waaraatti cehuu qabna.
Via Lammii Beenyaa