#Oduu Gaddaa!
Obbo Gaaromsaa Ichimaa Abbaan Galaanaa Gaaromsaa fi Caalaa Gaaromsaa Du’aan Addunyaa Kana Irraa Boqataniiru.
Lubbuun Obbo Gaaromsaa Haa Jannattu Jechaa, Maatii fi Firoottan Isaaniitiif Obsaa fi Jajjabina Hawwa!
Via: Mohammed Hassen Wako