Oduu Gaddaa: ” Kuni Naano Ambo Meexi jedhaamuti Botteen Bobaa’a Baate Deemufi ISUZU wajjiin

Oduu Gaddaa: ” Kuni Naano Ambo Meexi jedhaamuti Botteen Bobaa’a Baate Deemufi ISUZU wajjiin waliit bu’ee Namoon Bottee keesa jiraan 2 gubaataniru Konkoolachiisan ISUZU illee Lubbuun isaa Darbeera.”