#Oduu Gaddaa: Godina Gujii bahaa Aanaa waadaraa keessatti mootumma nafxanyaa

July 20/07/2021
Godina Gujii bahaa Aanaa waadaraa keessatti mootumma nafxanyaa nama nagaa maanguddoo maqaan isaa #Waaqoo_jiloo jedhamu Mana hidhaa keessa baasee halkan edaa galaafate.
 
Maatii qabsawaa jaal Obboloo shayii ergaa ji’a lamaan ol Mana hidhaa Aanaa Waadaraa keessa tureen booda ijjiissan maatii qabsaawaa injjeessuun qabsoo hin laaffisu yoo fininse malee. Maatii fi firoottanii jajjabinna hawwinaa.
Gumaa Keeti dachaan baanya.

Via; Dabessa Gemelal


ድል ቁርሱ
በድንገት ተቆረሰ🤣