Oduu Gaddaa: Elekoptarri waraanaa Itoophiyaa koodii ishee MI 8 taate humna waraana 23 fe’atee sakatta’aaf Sudaan__Kibbaatti guyyaa kaleessaa imalee ture kufee

#Oduu__Gaddaa
Elekoptarri waraanaa Itoophiyaa koodii ishee MI_8 taate humna waraana 23 fe’atee sakatta’aaf #Sudaan__Kibbaatti guyyaa kaleessaa imalee ture kufee caccabuudhan lubbuun namootaa akka darbe himamaa jira.Gurraandhala_3_6_2011

Adem Misoma