Oduu Gaddaa:Barattoonni university Science fi technology Adaamaa waggaa 4ffaa baratan ajjeeffamanii reeffi isaanii boolla kosii keessatti argame.

Oduu Gaddaa: Barattoonni university Science fi technology Adaamaa waggaa 4ffaa baratan ajjeeffamanii reeffi isaanii boolla kosii keessatti argame.
Maqaan barattootaa kana
1) Abbaa biyyaa badhaadhaa girmaa
2)Eliyaas Alamaayyoo Qixxaataa
3)Efireem haayiluu W/kidaan jedhamuu??Enyutu Ajjeesse?? Maaliif du’an ?? enyuun Gaafanna??

Dábessá Gemelal

1 Comment

  1. silaa afaan ODP shaneedhumaan afaan hiikkaatan ta’uu hin hafnee kanaas shaneetu ajjeesee haa jedhaan kaa?

Comments are closed.