Oduu Gaddaa! Barataan Oromoo Baahirdaaritti Ajjeefame!!

Oduu Gaddaa!! #Barataan_Oromoo_Baahirdaaritti_Ajjeefame

Hagayya 15/2021 Mucaan Suuraansaa gaditti Mul’atu# Taaddalee_Tibabuu jedhama . Dhalootaan Oromoo Shawaa
Lixaa Ona # Baakkoo_Tibbee yammuu ta’u barataa Yuunibarsiitii Baahirdaar kaampaasii # Ibaab jedhamutti kan
baratu eda du’aansaa Bakkeetti argamee jira. Maatii fi hiroottansaa hundaan jajjabina dhaamaa
Kanaaf Qeerroonii fi Barattoonni Oromoo bakka jirtanii deebii
kennaa jenna.