Oduu Ammee!Alammuddiin qarshii Miiliyoona 40 pirojektii Abiy Gabataa Shaggar jedhamuuf kennee jira.

Ammee: Alammuddiin qarshii Miiliyoona 40 pirojektii Abiy Gabataa Shaggar jedhamuuf kennee jira.

Kanuma dalewffachuun Abiy, Takkalaa Uumaa Hayyama Warqee Laga Danbii Alaamuddiiniif akka haaromsu ajaja kennee jira.
Abduu Abiy dhugoomsuuf, Oromoon Gujii qaamaa hir’achuu, Miidhamuu qaba jechuudha. OPDOn kaleessa Dallaalaa TPLF turte har’a maqaa jijjiirattee PP jedhamtee Dallaalummaa Na*fa*nyaaf ittuma fuftee jirti.


Hiree Oromoo jabana PP