Oduu Ammee: Walga’ii I/H/D ABO dhaan waamame irraa kan

Oduu Ammee: Walga’ii I/H/D ABO dhaan waamame irraa kan qooda fudhatan MGS ABO J/ Hundee Daraaraa fi J/Dachaas Roobaa waliin godhame.

Oromia News Network – ONN


#inbox
GAMEESSAKOO:

Qabsaa’aan Gameessi Adda Bilisummaa Oromootiif Miseensa Shanee Gumii Sabaa Jaal DACHAAS ROOBAA walgahii Fonqolcha Hayyuu Duree ABO kana Gullalleetti Mootummaa Xoophiyaatiin Adeemsifamaa jiru Irbuu Jaallan kaleessaa hin nyaadhu akkasumas Soba keessan dhageeffachuu hin barbaadu jechuun Walgahicha Dhiitee baheera!

Kaleessa Jaal Oromsis Elemo akkasuma soba jaraa gombisee bahuun ni yaadatama!

#Hub:Hardha ganama Waajjira ABO kan Gullallee Poolisiin Federaalaa Cabsee seenuun Mana jireenya Eegdota Waajjiraa hunda sakatta’uun Waajjira shororkeessaa ture.
Waan dhufu isanii maxxansaa deemna!

Tamaam Abdu Boruu


oromoo ajjeesee fixuuf waadaa seeneera namichi