Oduu Ammee: TPLF Ciilgaatti kaampii humna addaa Amaaraa gubaa jira

Oduu Ammee: TPLF Ciilgaatti kaampii humna addaa Amaaraa gubaa jira❗

L. Baacaa Dabalee oduu sobaa erga facaasee garaagarummaa sa’aatii muraasa keessatti Kaaba Lixaa Gondar,Ciilngaa galuun humni Addaa Tigraay, TDF galgala kana kaampii gubaa jiraachuu fi miseensota humna addaa Amaaraa hedduus ajjeesaa jiraachuun barameera.
Qeerroo Intelligence Group
Maammee Caffee


Lola Sudaan karaa Beenishaangul Gumuz❗
Waraanni Sudaan guddaan karaa Beenishaangul Gumuz daangaa irra qubachuun baramee jira. Waraanni kun kallattiin ergama hidha Abbayyaa dhaabsisuu fudhatee akka bobba’ee fi duubaan humni Egypt qilleensa irraan akka deeggaruuf qophaa’e barameera.
Qeerroo Intelligence Group