Oduu Ammee! Raayyaan Ittisa Biyyaa magaala Maqalee to’adhe jedhe.

Oduu Ammee!
Raayyaan Ittisa Biyyaa magaala Maqalee to’adhe jedhe.

Itaamaajiiriin Raayyaa ittisa Biyyaa Janaraal Birhaanuu Juulaa raayyaan ittisaa magaala Maqalee guuyummaan guutuutti to’achuu ibsaniiru.
MM Abiy Ahimad duula kanaan “namootni nagaan qiyyaafannoo keessa otoo hin galiin, magaalotniifi hambaalren osoo hin miidhamiin magaala Maqalee galuun danda’ameera” jedhan.
Uummatni Tigraay “dhugaa wajjiin dhaabachuun” deeggarsa duula kanaaf godheefis galateeffataniiru.
Maddi suuraa: Ministeera Raayyaa Ittisaa