ODUU AMMEE! Piroofeser Mararaa Guddinaa, dura ta’aan Kongireesii Federaalawaa Oromoo/KFO

Oduu Amee
#Piroofeser_Mararaa_Guddinaa, dura ta’aan Kongireesii Federaalawaa Oromoo/KFO, waamicha lammileen
 
Oromoo biyya alaa keessa jiratanu godhaiif irratti argamuuf gara Biyya Ameerikaa Qindoomtetti imalaniiru. Isaaniis akkuma walii galatti haalaa Itoophiyaa keessa jirufi haala addaatiin ammoo kan Naannoo Oromiyaa keessa jiru ilaalchiisee lammilee ala jiranu wajjin yaada wal jijjiru jedhame eegama. Lammileen ala jiranus carraa kanatti fayyadamun marii ballaa geggeesani yaada maddisiisu jedhame amanama.
Galatooma dubbiftoota!
 
በውጪ የሚገኙ ኦሮሞ ወገኖች ባደረጉላቸው ጥሪ መሠረት የኦሮሞ ፌዴራላዊ ኮንግረስ ሊቀ መንበር ፕሮፌሰር መረራ ጉዲና ወደ አሜሪካ አቀኑ። እሳቸውም በአጠቃይ ኢትዮጵያ ውስጥ ስላለውና በተለይም ኦሮምያ ክልል ውስጥ ስላለው ሁኔታ በጥልቀት ይነጋገራሉ ተብሎ ይጠበቃል። በውጪ የሚገኙ ወገኖችም ይህንን ዕድል ተጠቅመው የተሻለ ሐሳብ ያመነጫሉ ተብሎም ይጠበቃል።።
አመሰግናለሁ አንባቢያን!
 
Oromo Federalist Congress/OFC chairman, Merera Guddina (PhD) headed to the USA as per an invitation made from Oromo compatriots. He is to share ideas and opinions on the situation in Ethiopia in general and in the regioanl state Oromia in particular. Using the opportunity compatriots confer with Merera and reach on a concess.
Thank you readers!
Viva Tiruneh Gamtaa