ODUU AMMEE !! Oduuwwan jajjaboo Oolmaa Oromiyaa fi Ethiopia

ODUU AMMEE Oduuwwan jajjaboo Oolmaa Oromiyaa fi Ethiopia Oduu Guyyaa Har’aa -GAMTAA MEDIA

Waranii Bilisumaa Oromo Kufatiin Bilxiginaa Yeroodhan Golabaa Jiraa Kalatii Afaran4 Finfinee Marsee

OPDOn albàti gad gadhîsù jalqabdètt.
Gadhèn akka OPDO takka Oromôrrà dhalatè hinbèktu.
Utù humni warànà Teagray bôr ganama Waldiyarra kutè Magàla #Desse#Walô qabatè ergamtônni isàni durî warri OPDO uffanàsànî qàma isànirrà bàsanî lafarra gangalatanî gôftota isàni qàtà simachùf qopha’u.