ODUU AMMEE! Oduu gammachiisaa! Korri Guddaa ABO/WBO..

ODUU AMMEE! Oduu gammachiisaa! Korri Guddaa ABO/WBO..

Adol/29/2021
 
Korri Guddaa ABO/WBO bakka Hogganoonni,Qondaalonnifi miseensoonni ABO/WBO argamanitti gaggeeffama ture,Hogganoota filachuun milkii boonsaan goolaba argachuu Dubbii Himan Ajejaa Ol’aanaa ABO/WBO himan:
1• Jaal Marroo Dirribaa – Ajajaa Ol’aanaa ABO-WBO
2 •Jaal Gammachuu Abbooyee – Itti aanaa Ajajaa Ol’aanaa ABO-WBO
3 •Jaal Odaa Tarbii – Dubbi himaa Idil Addunyaa ABO-WBO taassisuun filatee jira.
INJIFANNOON UMMATA OROMOOF! ABO/WBO’n haa waaru
Sirba Baacaa Dabalee duri Sirbe!