Oduu Ammee!!Oduu gammaachuu ummataa Oromoo hundaaf
Abdii fi gachaannii ummata oromoo waraannii bilisummaa oromoo zoonii lixaa guyyaa har’aa jechuu Ebila 19_2021 humnaa abiiddaa safaa kumaatamaa leenjisuun garaa goolee Oromiyaa hedduuttii bobbase jira .
Baga gammaaddan baga gammaannee
እንኳን ደስ አላቹ እንኳን ደስ አለን !!
በምዕራብ እዝ የሚገኝ የኦሮሞ ነፃነት ጦር April 19/2021/ በሺዎች የሚቆጠሩትን ያሰለጠናቸውን
ሀይል ዛሬ አስመርቆ ወደ ተላያዩ ኦሮሚያ አከባቢዎች ልኳል!!
Via: Samuel Bekele
Oduu Ammee! Ajejoonni waraanaa Olaanoon sadi kan keessatti argaman loltoonni Addaa Poolisii Federaalaa 43 karaa Gondariin kutanii Sudaanitti harka kennatan. – https://t.co/l2UOWkjftV pic.twitter.com/4dC6H75w2C
— Kichuu (@kichuu24) April 19, 2021